Isaiah 36:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni, AABBO Waaqa abdad'a jed'e isani insobini. Waan AABBO Waaqi isani baase askarti Ashuru dira keesani iraa deebisu insehina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii inni ‹Rabbiin abdadha; inni nu oolcha qachattiin teenna akka loltoota biyya Asoorii jala hin taane nu irraa dhoogga» jedha'aa isin sobu hin dhagayinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaas, ‹Mootiin Waan Maraa dhugumaan nu hin baasa; qachaan kunille harka mootii Asooriititti dabarfamee hin kennamu› jedhee Mootii Waan Maraatitti akka addattanu isin hin godhin.