Isaiah 36:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
haga anini lafa lafa teesani fakaatu, ta mid'aanifi daad'i qabdu ta qit'afi zabibu qabdu, keesati isani qufsisuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kun ka ta'u haga mootiin keessan gara biyya teessan fakkaattuu isin fidee hara isin baafachiisuuf, biyya san keessa muka woyini'ii ka daadhiin woyini'ii irraa hojjatamuu fi lafa qonnaa badhaa midhaan buddeenaa irraa argamutu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun haga ani dhufee lafa akka lafa teessanii fakkaattu, lafa midhaaniitii fi daadhii woyni'ii, lafa daabbo'ootii fi lafa muka woyni'ii isin geessutti teeti› jedha.