Isaiah 36:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi Hezekia ta inni, Waaqati nu baasa jed'e isani sobe suni ind'ugeefatina. Gochiti d'ibiini ta, waaqa kennati harka hayyu Ashuru jalaa nu baase jette injirti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Hisqiyaas Rabbi isin hambisa jedha'aa isin dogoggorsa'aa akka isin hin sobne, amma dhugamaan waaqolee tolfamaa banii maraa keessaa tokkollee ka mootii biyya Asoorii jalaa biyya ufii hambisuu danda'e jiraa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaas, ‹Mootiin Waan Maraa nu hin baasa› jedhiisaan, yennaa isin dokonkorsu isa hin caqasina'a! Waaqota gosa biyya adda addaa keessaa, lafa ifii harka mooticha Asoorii jalaa ka baase jiraa ree?