Isaiah 36:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Hamathitifi ka Arpadi me? Waaqi Sefarvaimu me? Waaqi suni tokoleeni ya Samaria harka kiyya jalaa baase?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa yoo akkana ta'e, waaqoleen tolfamaan Haamaatiitii fi Arfaadii eessa jiran? waaqoleen tolfamaan safarwaayimii eessa gayan? dhugamaan isaan keessaa biyya Samaariya'aa na harkaa baasuu danda'e jiraa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqoti Haama'aatii fi Arphaadii eessa jiran ree? Waaqoti Sefarwaayimiille eessa jiran ree? Isaan qachaa Samaariya'aa harka kiyyaa baasaneeranii ree?