Isaiah 36:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi lafa suni tokoleeni yoomi lafa ufi harka kiyya keesaa baase? Isani akami, ka waan suni ch'ufa quba qabdani, Waaqi Yerusalemu imbaasa jettani re?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqoleen tolfamaan biyya kanniin maraatuu hennaan isaan biyya ufii harka kiyyaa hambisuu danda'an jiraa? Eeganaa isin maaf Rabbi Yerusaalemiin hin oolcha jedha'aa yaaddan» jedhee laagaa ol qabatee dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqota biyyoota tanaa mara keessaa lafa ifii harka kiyyaa ka baasuu dande'e kam ree? Mootiin Waan Maraa attam Yerusaalem harka kiyyaa baasuu dande'a ree?» jedhe.