Isaiah 36:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo biyyiti, akuma hayyuuni Hezekiani worraani jed'e ch'ach'alifte akanumati teteete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin garuu akkuma mootichi Hisqiyaas isaan ajajetti womaa dubbachuu didanii cadhisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Hisqiyaas, «Deebii isaaf hin kennina'a» jedhee waan isaan ajajeeruuf, kolbaan cadhitte; waan tokkolle hin deebinne.