Isaiah 36:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nami sadi ka gosa Yuda iti ga d'ufe: Eliakimuni ilma Hilkia, ka gudda mana hayyu; Shebna ka tatabe hayyu t'aafufi Yoa, ilma Asafu, ka waan t'aafani olikaayani ch'ufa harkaa qabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san ajajaan manaa Eeliyaaqeem ilmi Kelqiyaasii barreessaan Saaminaas, galmeessaan seena'aa Yoo'aas ilmi Asaafii gara isaa dhaqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achitti itti gaafatamaan mana mootumma'aa ilmi Hilqiiya'aa Eliyaaqim, barreessaan mana mootumma'aa Shebnaanii fi barreessaan dabarsi'ii ilmi Asaafii Yo'aan, gara isaa gad bayane.