Isaiah 36:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi Ashuru guddaani kaani waan jed'eeni, waan isani Hezekiani jettani, Hayyuuni Ashuru waan jed'u, maanti akana garaa jabeese ufi si d'ugefachise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raafaasiqiis akkana isaaniin jedhe «Hisqiyaasitti akkana jedha'aa himaa'a; mootiin guddaan Asoorii akkana jedha, ‹Wonti ati hedattu kun maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan loltootaa Rabshaaqeen Hisqiyaasitti isaan ergee, «Mootiin Asoorii guddichi, ‹Ati maan addattee bidhaa male teetta?