Isaiah 36:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini waan dubbi tanteetiini hoguma woraanaa dabsatu seeta? Amma eenuti si qarqaara, male keeti, ka atini hayyu Ashuru didde?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin duwwaan mala lolaatiif hunna naa ta'a jettee yaaddaa? ati sirimaa eennuun hedattee natti kaate? maal laataa ati biyyi Misirii na gargaarti jettee hedatteerta ta'a; garuu isii hedachuun akka nama ulee leemmaniititti irkatee akka ta'e beeki.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati afaan callaan mala lolaatii fi hunna loltootootaa si'iif te'a seetaa? Ati eennu addattee na irratti kaate?