Isaiah 36:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini, mala keeti, waan worri Misiri si qarqaaru seeta? Ammo mali sunini nama ilaadu ule sehe yo inni lafati d'aabu ch'abt'e harka woraantu fakaata. Aki hayyuuni Misiri nama isa abdatu tolchu akasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyyi Misirii akka ulee leemmanii caccabaa ka yoo itti irkatan baqaqee harka nama woraanuu malee womaa hin fayyanneeti; hireen nama mootii biyya Misirii hedatuullee akkanuma.› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Gibxi'ii ta akka shonbooqqoo caccaddee ta yennaa qabatanu harka namaa woraantee madeessituu addattaa? Mootiin Gibxi'ii nama isatti addatu maraaf akkasuma› jedha.