Isaiah 36:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini akami dandeete hojatu abba kiyya didiqo woma keesa injirale d'owarta, ka ufiftu waan worri Misiri gaarifi askarti farda sii kennu seetu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faradoo keetii fi konkolaataa fardaa kee ka lolaa hedattee biyya Misirii waan mooyattu seetu, nama diqqaa garboota gooftaa kiyyaa keessaa nama tokkollee attamitti mormitee isa afoo dhaabachuu dandeetta?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati garreettaa fardaan harkifamuu fi abbootii fardaa ka worra Gibxi'iititti addattulle, tajaajiltoota goottaa kiyyaa keessaa ka guddoo diqqa'aatuu ifi irraa dhooggatuu hin dandeettu.