Isaiah 37:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Hezekiani akuma qonqo worra kaani d'agayeeni laalefate woya ufi tatarsaase ch'arqi naqate Mana AABBO Waaqa d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Hisqiyaas haga waan kana maraa dhagaye gaddee uffata ufii biinxee uffata gaddaa uffatee gara mana woyyuu Rabbii dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Hisqiyaas tana yennaa dhage'e, gaddee woyaa ifii tarsaase; woyaa gaddeelle uffatee gara Galma Mootii Waan Maraa seene.