Isaiah 37:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hayyuuni Ashuru lafa inni balleesu fed'u ch'ufa tolchu ya d'ageetani isani mala keesani waan jalaa baatani seetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati waan mootonni biyya Asoorii biyya maraa irratti hojjatan attamitti akka balleesse dhageetteerta; ati hoo hin haftaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ati waan moototi Asoorii biyyoota mara godhane, akka isaan ijjumaa isaan balleessane dhageetteerta; ati hin baata seetaa?