Isaiah 37:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ababooti tiyya dira Gosani fa, ka Harani fa, ammalle ka Resefu fa balleesite, worra Beth-Edeni ka lafa Telasari keesa jiru hobaafte waaqi worraa tokoleeni worra baasu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri abboonni keenna fixan Goozaan, Kaaraan, Raafis, Beetalaasaariin banii Eedinii, waandhi tolfamaan worra Yihuudota hin taanee isaan oolcheeraa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa qachaa Gozaanii, kolbaa qachaa Kaaraaniitii fi kolbaa qachaa Rezeefii, akkasuma kolbaa Edenii ta Tel-Asaar keessa leetuu ta abbootiin tiyya ta durii balleessite, Waaqoti gosa biyya adda addaa isaan baasaneeranii ree?