Isaiah 37:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hezekiani tatabe worra suni iraa fuud'e soome mana AABBO Waaqa d'aqe, tatabe suni AABBO Waaqa dura kaye
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Hisqiyaas xalayaa worra dhaamsa geessan irraa fuudhee mana woyyuu Rabbii keessa seenee banee dubbisee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Hisqiyaas worra ergame irraa xalayaa fuudhee dubbise; achiin duuba gara Galma Mootii Waan Maraa dhaqee, xalayaa san Mootii Waan Maraa duratti diriirsee,