Isaiah 37:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, Waaqa Israeli ka barch'uma kanke ka waan lubbu qabu ka koola gubbaa jiru ira teetu, siuma ch'allati lafafi gubba uume lafafi nama ch'ufa fida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati Rabbii Waaqa Israa'elii ka Kiruubeeliin irratti teessoo kaayate si calla'a; Waandhi mootota adunyaa maraatuu sima; ka ardi'ii fi samii uumellee si'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadde, Waaqa Israa'elii, ka dada ol-gubba'aa ta koola qadduun gubbaa barcumaa mootumma'aa irra teetteertu, Waaqi mootota biyya lafaa maraa si qofa; ati lafaa fi ol-gubbaa daddeerta.