Isaiah 37:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma, ee AABBO Waaqa, nu d'agayi, waan harkaa nu qaba kana argi, araba Senakeribuni sii Waaqa gudda arabsu kana ch'ufa d'agayi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! akkamitti akka Sanaakireem si'ii Waaqa jiraataa arrabse laali.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, gurra keeti gara keenna deebifadhuu dhage'i; ila teetille banadhuutii ilaali; jecha Senaaheriib si Waaqa jiraataa arrassiisaaf erge dhage'i.