Isaiah 37:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma AABBO Waaqa, hayyooti Ashuru yayu gosa heddu hobaafte lafa worrale balleesite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Waandhana! nu'u akka mootonni biyya Asoorii mootota hedduu balleessanii fi akka biyya isaaniillee diigan dhageenneerra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootiin Waan Maraa, moototi Asoorii gosa biyya adda addaatii fi lafa isaanii mara dhugumaan balleessaneeran;