Isaiah 37:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa worrale ch'ufa gubde waaqa woma keesa injirre, ka nami mukhaafi d'akha boch'e harkaani mid'aafatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan muka bocanii dhagaa baqassanii waaqolee tolfamaa isaan harka ufiitiin hojjatan duwwaa sanniin ibiddaan gubanii balleessaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waaqota isaaniille ka dhaka'aa fi muka irraa harka namaatiin bocamanee hujamane gubanee balleessaneeran.