Isaiah 37:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Eliakimu, ka mana hayyuti guddatifi Shebna, ka tatabe hayyu t'aafufi qaalole gugurdole gara raaga Isaya, ilma Amozi, erge, worrileeni ch'ufti woya ch'arqi naqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Eeliyaaqeemii ajajaa mana mootichaa, barreessaa mana mootichaa Saamnaasii fi worra gadootaa keessaa namoonni beekkaman uffata gaddaa uffatanii gara raatticha Isaayyaasii ilma Amootsii dhaqaa'a jedhee isaan erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni itti gaafatamaa mana mootumma'aa Eliyaaqim, barreessaa mana mootumma'aa Shebna'aa fi hayyootaa keessaa worra jaarsole'etti woyaa gaddaa uffisee, gara Isaayaasii raagicha ilma Amosii isaan erge.