Isaiah 37:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammatana ee AABBO Waaqa keenna, harka worra Ashuru kana keesaa nu baasi, duuba akasiini gochiti lafa keesa jirtu ch'ufti aka atini ch'allaani AABBO Waaqa beeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waaqa keenna! akka ati callaan Waaqa taate baniin adunya'aa maruu akka beeku ati amma harka banii worra Asoorii jalaa nu hambis» jedhee kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle, ee Mootii Waan Maraa Waaqa keenna! Mootummaan lafaa marti, Mootiin Waan Maraa Waaqi si qofa akka te'e akka beekanuuf, harka mootii Asoorii jalaa nu baasi» jedhe.