Isaiah 37:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti isaa ka AABBO Waaqi dubbate tana: Ee Senakeribu, diri Yerusalemu si koble si goyeese si tufata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Rabbi waan isaa dubbate kana «Mucattiin Tsiyoonii ta durbaa si tuffatteerti; sitti balditeerti; Mucattiin Yerusaalemii; hennaa ati dheessitu mataa sitti sochoofatteerti;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa marroo isaatiif, ‹Ee Senaaheriib, kolbaan Yerusaalemii si tuffattee sitti murgiti; si'ii dheettuun kolbaan Yerusaalemii si duubaan sitti kolliti.