Isaiah 37:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini aka anini waan suni ch'ufa herege si tolchisise ind'ageenne? Anini amma waan suni ch'ufa ya tolche guute, nami irre atini dira jajabaani ch'absite bulleesite sii kenne anuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan kana akka ani dur murteesse; akka bara durii karoorse hin dhageennee? amma garuu akka raawwatamu godhe; ati qachoota ijaaramte tuulaa dhaga'aa goote.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa, ‹Waan amma te'e kana akka ani qopheesse, bara heddu'uun dura karoora akka baase, qachoota dalleya dhaka'aa qabanu akka ati butuchitu, tuulaa kosi'iille akka ati isaan gootu, akka ani godhe ati hin dhageennee?