Isaiah 37:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini waan kanke ch'ufa imbeekha, waan atini tolchitufi fulla atini deemtule. D'aadufi kiyyiba kanke anini imbeekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani garuu eessa akka jirtu; dhufu'uu fi deemuun kee hennaa kam akka ta'e; attamitti akka lolaan natti kaatu hin beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Ani ammoo ka'aa fi teessoo teeti, bayaa fi gala keeti, aari'iin na irratti ka'iisa keeti beekeera.