Isaiah 37:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yayu kiyyiba kanke suni d'agaye tanaafi amma kiyyoofi lugama siti kaye si hirkise kara atini d'ufte kaani si deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati waan lolaan natti kaateef; uf tuuluun kee waan gurra na seeneef; funyaan keetitti funyoo; afaan keetitti lugaama godha; karama dhufte keessa akka deebitu si godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati aari'iin na irratti waan kaateef, kooriisa keetille waan dhage'eef, ani saganaa kiyya funnaan keetitti, bixaala kiyya afaan keetitti keyee, karuma dhutte si deebisa› jedha» jedhe.