Isaiah 37:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda ka hafu, akuma mukha hiddi isaa aka dansaa lafa keesa seene late mid'aani baasu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee hafteen mana Yihuuda'aa; hidda gad fageeffata; gubba'atti daraaraa daraara;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Sanyii Yihuda'aa keessaa worri miliqee hafe, akka mukaa hidda gad yaafatee midhaan hedduu hin buusa.