Isaiah 37:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yerusalemufi gaara Sioni gubbati nami inuma hafa, wonti akanatiifi AABBO Waaqi waan suni tolchu male intau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafteen Yerusaalemiin keessaa; worri hafellee gaara Tsiyoonii irraa dhufan; hinaaffaan Rabbii Gooftaa banii maraa kana godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Yerusaalem keessatti baraaree hafanee fi worri gaara Xiyoonii irratti lubbu'uun hafane hin dhufan; hinaaffaan Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadee tana hin gooti› jedhe.