Isaiah 37:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikani AABBO Waaqa fulla duuli Ashuru jiru d'at'e, askarti nama kuma d'ibbafi saddeetami shani hobaafte, boriyyaate lafti bariinaani nami reefa ufuma ch'iisu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halkanuma san maleekkaan Rabbii ganda worra Asoorii keessa lufee loltoota kuma dhibba tokkoo fi kuma saddeettamii shanii fixe; obboroo yoo lafaa ka'an loltoonni maruu ka dhumaniiran argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ergamaan Mootii Waan Maraa bayee, quttuma worra Asoorii keessatti, namoota kuma dhibba tokkoo fi kuma saddeettamii shan ijjeese; boruyyaa ganama namooti yennaa ka'anu, nami marti du'eeruun dhaggane.