Isaiah 37:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni Ashuru yayu namicha gudda hojatu isaa, Waaqa gudda arabsi jed'e erge. AABBO Waaqi kanke ha araba kana d'agaye worra isa arabsu kana gaargalchuti. Tanaafi atini amma worra keenna ka hafe Waaqa kad'ad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka mootichi biyya Asoorii Rabbii jiraataa isaa arrabsu waan nama kabajjamaa baallii qabu Raafaasiqiisiin ergeef Rabbi Waandhi kee arraba kana dhagayee maal laataa isa adabuu danda'a; kanaafuu yabo'oo worra banii keenna keessaa badan Rabbi akka oolchu Rabbiin kadhadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbii ajajaa loltootaa Rabshaaqeenii ta goottaan isaa mootiin Asoorii isa ergee, Waaqa jiraata'atti akka inni murgu godhe tana dhage'ee, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti isa hin adaba fa te'aa, worra hafeef daadimadhu› jedha» jedhane.