Isaiah 37:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hayyicha odu lafa isaati isa deebiftu d'ageesise duuba achiti isa ijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka inni oduu biyya keessaatiin raafamuu fi akka gara biyya ufii deebi'ee guraade'een du'u isa taasisa» jedhee dhaamsa deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani ayyaana akka inni oduu dhage'ee gara biyya ifii deebi'u isa godhu isaaf hin kenna; achitti shallaaga'aan akka inni du'u hin godha› jedheera, jedha'aatii itti hima'a» jedhe.