Isaiah 37:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani qonqooni worra Ashuruti d'ufte waan jette, Duuli Misiri, ka hayyu Tirhaka, ka worra Kushi iti abba, had'iisa keesani d'ufuti jira. Hayyuuni Ashuru dubbi suni d'agaye jennaani qonqo gara hayyu Yuda,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni haga achi gaye akka mootichi Itoophiya'aa Trihaaq lolaaf dhufe dhagayee gara mooticha Hisqiyaasii akkana jedhee dhaamsa erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Itoophiya'aa Tiirhaaqaan akka isa loliisaaf dhufaaru Senaaheriib yennaa dhage'e, Hisqiyaasitti namoota ergee,