Isaiah 38:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ch'imuma tiyya keesa ato jaare ufi injibbaatini waan due fulla ekheraati deemu ufi sehe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani wodhakkaa umurii kiyyaatitti balballan ibidda asaabaa keessa lufuu na barbaachisaa? barri kiyya ka hafe na jalaa fudhatamuu barbaachisaa?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani, «Wodhakkaa bara jiruu tiyyaatitti gara karra addee worri du'e jiruu dhaqaa ree? Barri kiyya ka hafelle na irraa saamamaa ree?