Isaiah 38:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Lafa tana irati deebie AABBO Waaqafi nama lubbu qabu inargu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkana jedhe, «Lamuu Rabbiin; Rabbiin biyya jiraattotaa keessatti hin argu ammaa achi fiixaa namaa hin argu; worra adunyaa tana irra jiraatan woliinillee hin ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani deebi'ee lafa worra jiraata'aatitti Mootii Waan Maraa, biyya lafaa irralle'etti namoota hin dhaggu.