Isaiah 38:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini halkani ch'ufa aka waan nyeench'i lafe na ch'absu jiru d'ukubsad'e bohe, waan Waaqi lubbu nara fuud'u sehe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga ganamaa obsaan eeggadhe; Inni garuu akka leencaatitti lafeewwan kiyya caccabse; ganamaa haga galgalaatitti na fixu'uuf ariifatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani haga latti bariitutti qarqaarsa dhaggatiisaaf iyya; inni ammoo akka neenqaa lafee tiyya mara caccassa; guyyaa tokko keessatti jiruu tiyya mura.