Isaiah 38:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni tiyya laafte qallatte qonqo sabalisa fakaate. Waan anini hojja ch'ufa tae Waaqa ilaalufi ilti na aarte. Aabbo, gaargala kana ch'ufa keesaa na baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma simbiraa; akkuma shaallo'ootitti woce; akkuma handari'iititti aada; ijji tiyya gara sami'ii laalu'uun dadhabde; Gooftaa'a; waan dhiphadheeruuf na oolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka sinbirree doogo'oo iyya; akka saphaliisaalle aada; ilti tiyya gara ol-gubba'aa ilaaliisaan dadhaddeerti. Ee Mootii Waan Maraa, ani rakkadheera, na qarqaar.