Isaiah 38:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini maani jechu dandaa? AABBO Waaqati waan kana na tolche. Garaani na hamate, hiribi ila keesa na bade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ani maal jedha? Inni natti himeera; isumatu kanallee godhe; Waan dhiphinna lubbuu tiyyaatiif; umurii kiyya maraa kasooma'aa jiraadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eega inni natti dubbatee, tana godhe ani ammoo maan jedha ree? Jiruun tiyya waan natti hadhootteef bara jiruu tiyyaa mara gad ifi qabee tiradha.