Isaiah 38:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbo, anini si male woma inqabu, jireenni kiyya siuma; na fayyisi, na jireesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa'a; namoonni waan kanniiniin jiraatan; hafuurri kiyyallee akkasuma kaniiniin jireenna argata; na fayyifte; jireennaan na jiraachifte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, kolbaan jecha keetii fi waan ati gootuun leeti; ayyaanni kiyyalle tanaan jiruu dhaggata; ati na fayyittee, akka le'u na goote.