Isaiah 38:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, atini la na fayyifte. Nu ammatana haga jiru kirari d'oofne Mana kanke keesati si faarsina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi na oolcha; kanaafuu bara umurii kiyyaa maraa; mana woyyuu Rabbii keessatti meeshaa miseensa qabuun faarfanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa na hin fayyisa; tanaaf bara jiruu teennaa mara meya faaru'uutiin Galma Mootii Waan Maraa keessatti faarfanna» jedhe.