Isaiah 38:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Isayaani qara waan jed'e, Mid'aani oda fuud'a, d'ulla isaati mat'ansa, duuba inni infayya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Isaayyaas «yoo baala muka hurbu'uu nafa isaanii ka iitaye irra kaayatan hin fayya» isaaniin jedhee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaayaas, «Midhaan harru'uu irraa xaltaa huja'aatii, iita Hisqiyaasii irra keya'a; innille hin fayya» jedheeraayyu.