Isaiah 38:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa aka anini garaa tokooni si hojad'e si saalfad'e woma atini feetu ch'alla tolche qaabad'u akasi jed'e aka hama bohe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waandhana! akka ani si afoo dhuga'aa fi onnee qajeeltu'uun jiraadhe, waan si gammachiisullee akka hojjadhe akka yaadattu si kadhadha» jedhee booya'aa Rabbiin kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Mootii Waan Maraa, ani addatamumma'aa fi gadhaa tokkochaan si tajaajilee, yennaa mara waan si duratti dansaa te'e akka huje qaabadhu» jedhee laaleffatee bowe.