Isaiah 38:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi akheekha kana sii kenne akanaani kakhu isaa guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaayyaas, «Malkanni Rabbi waan dubbate raawwatu'uu kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaayaas deebisee, «Mootiin Waan Maraa waadaa si'iif gale kana akka muummessuuf, beessisi inni si'iif kennu kana: