Isaiah 38:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Faano hayyu Ahazini jaare gubbaa AABBO Waaqi gaandidu ejata kud'ani dudda duubati deebisa. Duuba gaandiduuni ejata kud'ani dudda duubati deebite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaaddisa manaa ka teessoo mootichi Aki'aaz hojjate irraan gad bu'e tarkaanfii kudhanii gara duubaa akka deebi'u taasisa» jedhee deebiseef; gaaddifni manaallee haga tarkaanfii kudhanii uf duuba deebi'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, ‹Kunoo, gaaddisa adu'uun yaabbannoo Ahaazii irratti gad gale kana, tarkaaffii kudhan gara duubaa akka deebi'u hin godha› jedheera» jedhe. Maarre gaaddis tarkaaffii kudhan gara duubaa deebi'e.