Isaiah 38:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hezekiani fayya d'aba fayye jennaani faaru tana t'aafe waan jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hisqiyaas mootiin biyya Yihuuda'aa akkuma dhibee irraa fayyeen faaruu galataa barreesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Yihuda'aa Hisqiyaas dhibee ifii irraa fayyeen duuba, waan asii gad jiru barreesse: