Isaiah 39:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni hayyuuni Babiloni, ka Merodaka — Baladani, ilma Baladani jed'ani, aka Hezekiani fayya d'abe d'agaye, tatabeefi waan d'ibi ergeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baroota sanniin keessa mootiin Baabiloonii ilmi Baldaanii Marodaak Baldaan akka mootichi Hisqiyaas dhibamee fayye dhagayee kennaa woliin xalayaa ergeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san mootiin Baabilonii ilmi Baladaanii Merodaak-Baladaan, Hisqiyaas dhibamee akka fayye dhage'ee, xalaya'aa fi kennansa isaaf erge.