Isaiah 39:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hezekiani worra ergaani d'ufe suni aka dansa d'ieese, durooma qabu ch'ufa worra garsiise — qarsi worqi, qumbifi qayya, ammalle miha isaa ka lola ch'ufa. Wonti inni olikaye ka mana isaa keesa jiraatiifi ka fulla d'ibi jiraleeni ka inni worra ingarsiisini injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hisqiyaas gammadee mana meesha'aa, birrii, worqii, urgoo gara garaa, urgooftuu, meeshaa lolaatii fi mana kuusaa meeshaa maraa itti mudhise; mana mootichaa keessatti meeshaa ta'ee'e qabeenna mootumma'aa ka hulee maraa jiru maraa wonti Hisqiyaas isatti hin mudhifne hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaas ergantoota san gammadaan fudhatee, karra mana karri mootumma'aa keessatti kuufame keessa jirtu mara meetii, worqii, uddowaa adda addaa, fiqiree gatii guddo'oo, mana meya woraanaa ka karra mana mootumma'aatii fi karra mootummaa isaa keessatti dhaggantu mara tokkolle adoo hin hamburin isaanitti mudhise.