Isaiah 39:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani raagi Isayaani gara hayyu Hezekia d'aqe waan jed'eeni, Worri kunini eesaa d'ufe? Worri maani siini jed'e? Hezekiani waan jed'eeni, worri lafa tanaa ind'umne, Babiloni d'ufe, lafa ind'iaanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san raattichi Isaayyaas gara Hisqiyaasii mootichaa dhaqee «Namoonni kunniin maal siin jedhan? eessaa dhufan?» jedhee gaafate. Hisqiyaasillee, «Biyya fagoo Baabilooniin irraa dhufan» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba raagichi Isaayaas gara Hisqiyaasii mootichaa dhaqee, «Worri kun maan si'iin jedhane? Isaan eessaa dhufane?» jedhee gaafate; Hisqiyaas deebisee, «Isaan biyya fago'oo Baabilon irraa dhufane» jedhe.