Isaiah 39:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri maani mana kanke keesati arge? Worri waan ch'ufa arge, wonti anini worra ingarsiisini injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaayyaasillee «Mana kee keessatti maal argan?» jedheen. Hisqiyaas, «Waan mana kiyya keessa jiru maraa arganiiran; wonti mana mootummaa kiyyaa keessaa ani isaanitti hin mudhifne hin jiru» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Isaayaas, «Isaan mana mootumma'aa keeti keessatti maan dhaggane?» jedheen. Hisqiyaas deebisee, «Isaan waan mana mootumma'aa kiyya keessaa mara dhagganeeran; karra tiyya keessaa wonni ani isaanitti hin mudhisin tokkolle hin jiru» jedhe.