Isaiah 39:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani ind'ufa, ka waan mana kanke keesa jira ch'ufafi waan ababooti tante olkeetele ch'ufa fuud'ani, lafa Babiloni geesani, wonti tokoleeni inhaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mana kee jiru, qabeenni abboonni tee dur irraa jalqabanii haga adhaa kuufatan maruu uduu wonti tokkollee hin hafne hennaan gara biyya Baabiloonii booji'aman hin dhufa; wonti tokkollee isinii hin hafu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, ‹Karri mana mootummaa teeti keessaatii fi karri abbootiin teeti ta durii haga adhaa wolitti qabatte marti gara biyya Baabilonii guyyaan fudhatamanu hin dhufa; wonni tokkolle si'iif hin hafu.