Isaiah 39:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani atini d'altele haga toko boojiani, sasangisiisani, mana hayyu Babiloni keesa hojachiisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen ati uumattellee booji'amanii mana mootii Baabiloonii keessatti sangoomsanii hojjachiisan.» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan teeti ta uumattu keessaa gariin gara biyya Baabilonii hin fudhataman; mana mootummaa mootii Baabilonii keessatti guneessota te'anee hin tajaajilan› jedha» jedhe.