Isaiah 39:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Hezekiani waan Isayaani jed'e, Dubbini AABBO Waaqa ta atini nati himte tunini waan dansa. Wonti Hezekiani akasi jed'eefi, inni waan sehe waan haga inni lafa fidu lafti nagaya taatu sehe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Hisqiyaas bara ufii jiraatu maraa nagayaan jiraachuu waan hubateef raatticha Isaayyaasiin «Dubbiin ati Rabbiin irraa dhageettee natti himte misha'a» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootichi Hisqiyaas, «Haga ani jiru nageennii fi gabbiin hin te'a» jedhee waan yaadateef, Isaayaasiin «Jechi Mootii Waan Maraa ka ati dubbatte dansa'a» jedhe.